Program of November 20, 2024 0h 3m
Sagalee ta'uuf | Tartiiba X itti dhimma baatan akka armaan gadiitti vidiyoo keessatti ibsamee jira.
Sagalee ta'uuf | Tartiiba X itti dhimma baatan akka armaan gadiitti vidiyoo keessatti ibsamee jira.
The archival record below is preserved independently of the original platform.
About this program
Ilmaan Oromoo kan saba keessaniif sagalee ta'uuf duula Twitter ykn X (Twitter or X campaign) irraa qooda fudhachuuf fedha qabdan marti, tartiiba itti Twiitarii itti dhimma baatan akka armaan gadiitti vidiyoo keessatti ibsamee jira. Kanaaf, vidiyo armaan gadii hordofaa bakka kamiyyuu teessanii Twitt, re-twitt tolchuun saba keessaniif sagalee ta'uu dandeessu! Duula Twitter irraa qooda fudhachuun sagalee uummata keenyaa haa taanu! Galatoomaa!
https://qubeemn.org/stopgenocidalwar/
In Ethiopia, a systematic campaign of slaughter and inhumanity is unfolding against the Oromo people. Entire communities are being massacred, silenced by the suffocating grip of state censorship. The government’s blackout on internet, media, and communication hides atrocities that amount to crimes against humanity.
This is not just repression—it is genocide in the shadows. While the world looks away, the blood of innocents stains the hands of those in power. It is our collective moral duty to shatter the silence, expose the truth, and demand an end to these unspeakable crimes.
#StopTheGenocide #JusticeForOromos #HumanityUnderAttack
Topics
Ask about this dialogue
Questions & dialogue
Member questions for this program, curated by the Dhangaa moderators.
Sign in to ask a question
No member questions yet — the first one could be yours.
Related dialogues
Connected by the archive’s own evidence — shared voices and themes