Skip to content

Program of April 10, 2025 0h 2m

ABO-WBO calls for united action on April 12, 2025, to strengthen the freedom! #GGWO #OLF_OLA

Dhangaa Theater

The archival record below is preserved independently of the original platform.

About this program

#ABO_WBO'n Ebla 15 Guyyaa Yaadannoo Goototaa Wareegamtoota Oromoo Sababeeffachuun Ebla 12, 2025 tumsa waraana bilisummaa Oromoof Qopheessee jira! Akkuma ABO-WBOn Qabsoo Bilisummaa Oromoo sadarkaa ol'aanaatti tarkaanfachiisaa seenaa boonsaa galmeessaa jiru, nutis hundi keenyi Gumaacha kana irraa qooda fudhachuun qaama seenaa hojjetamaa jiruu haa taanu! Irraa qooda haa fudhannu! Ittis hirmaannee amna bilisummaa haa saffisiisnu! Injifannoo Ummata Oromoof! Webinar link 👇🏾 us02web.zoom.us/j/81536588523?… Webinar ID: 815 3658 8523 Passcode: 950493 #ABO_WBO #OromoMartyrsDay #highlights #GGO #highlightseveryone

Topics

Ask about this dialogue

Questions & dialogue

Member questions for this program, curated by the Dhangaa moderators.

Sign in to ask a question

No member questions yet — the first one could be yours.

Related dialogues

Connected by the archive’s own evidence — shared voices and themes